Mirga Abbaa Qabiyyummaa… 👍👍👍👍👍👍👍
Heera mootummaa Federaalaa keewwata 40(3) jalatti akka tumamee jirutti namni kamiyyuu mirga abbaa qabeenyummaa lafaa hin qabu. Mirgi kun kan mootummaa fi ummataati. Heera kana irraa akka hubatamutti namni tokko lafa irraa mirgi horachuu danda’u mirga abbaa qabiyyummaati.❔ Mirgi abbaa qabiyyummaa maali?Mirga Lafa baadiyyaa…👉 hojii misooma qonnaa fi qabeenya uumamaaf oolchu,👉 kireessuu👉 Miseensa maatii fi … Read more