Waa’ee Keenya Tajaajiloota Kenninu Hojiilee guguddoo Ergamni keenya (Mission)... Aanaa Jaarsoo keessatti seeraa yakkaa fi imaammata sirna haqaa yakkaa kabachiisuu, mirga namoomaa fi bilisummaawwan bu’uuraa lammiiwwanii kabajuu fi kabachiisuu fi dantaa mootummaa fi uummataa eegsisuudhaan tajaajila Abbaa Alangummaa haala siyaawaa, qulqulluu fi dhaqqabamaa ta’een, akkasumas bilisummaa hojii fi al-loogummaa ofii eeggatee fi haqummaa qabuun raawwachuudhaan olaantummaa seeraa mirkaneessuun nagaa fi tasgabbiin hawaasaa akka fulla’u taasisuu. Mul’atni Keenya (Vision) Bara 2022 tti Tajaajila Abbaan Alangaa kennuun Aanaa Jaarsoo keessatti olaantummaa seeraa mirkaneessuun Waajjira Abbaa Alangaa akka Godina keenyaa fi Naannoo keenyaatti fakkeenya tahe arguudha. Duudhaalee (Core Values) Olaantummaa seeraaFaayidaa ummataaf dursa kennuun eeguu fi eegsisuuBilisummaa fi itti gaafatamummaa OgummaaHojmaata badaa fi malaammaltummaa jibbuuIftoominaFakkeenyummaaHirmaachisummaaEejjennoo gaariiJijjiiramaaf qophaa’uu fi hojjechuuBeekumsaa fi amantaan hogganuuMiira tajaajiltummaa qabaachuu fiDeebii wayitaawaa kennuu Itti Gaafatamaa WaajjiraaTsaggaamikaa'el Masfin Garee keenya Abbaa Adeemsaa Dhimmoota Yakka Adda AddaaGuutamaa Yonee Abbaa Alangaa AanaaYaalaw Tamasgen Abbaa Alangaa Aanaa (gargaaraa)Sulxaan Juneydii Abbaa Alangaa AanaaZannabaa Dajan Abbaa Alangaa AanaaNaasir Abdallaa