Home Haqaan haqaaf hojjanna! Gara websaayitii Waajjira Abbaa alangaa aanaa jaarsootti baga nagayaan dhuftan! Learn More "Haqa argachuuf haqaan kottaa" yeroo gabaabaa kessatti... Hubannoo seeraamata dureewwab filataman irratti Learn More Olmaa dhaddachaa Learn More Barrulee Xinxala Ijibaataa, Serotaa, fi qabxiilee gara garaa irratti. Learn More Gaaffilee irra deddeebin ka'an Irratti hojjatamaa jira… Learn More Eeruu kennuufYakka raawwatameen walqabatee qaamaan dhihaachuun eeruu kennuuf sodaan kan jiru yoo tahe yookiin sababa garaa garaatiif kan hin danda'amne yoo tahe unkaa kanatti fayyadamuun ni danda'ama. Please enable JavaScript in your browser to complete this form.1. Maqaa Eeruu kennaa (lakkoofsa bilbilaa waliin) *2. Guyyaa yakki itti raawwatame *3. Sa'aatii yakki itti raawwatame *4. Iddoo yakki itti raawwatame:- Araddaa, Ganda, iddoo addaa (Aanaam Jaarsoo tahu qaba) *5. Haala raawwii yakkichaa fi miidhaa gahee *6. Yakki Eerame kun raawwatamuu isaa ragaa namootaa 1ffaa *Ragaa 2ffaa *Ragaa 3ffaa *7. Shakkamtoota umrii fi teessoo isaanii waliin 1ffaa *Shakkamaa 2ffaa *Shakkamaa 3ffaa *Shakkamtootni kan hin beekamne yoo ta’e mallattoo addaa fi iddoo itti argamuu danda’an *Ragaan barruu jiraa?Ni jira (Yoo jiraate imeeyiliin ittin ergamu waaajaarsoo@gmail.com taha)Hin jiruEeruu Galchi